Koreen farra- malaammaltummaa magaalichaa eeruuwwan himanni irratti banamuu danda’an 127 walitti qabuu ibse Read more
Qajeelfamni buna gabaa alaaf dhiyaatu sharafa alaan biyya keessatti gurguruu dandeessisu ba’uu ibsame Read more
Godinichatti hanga ammaatti lafa hektaara kuma 31irratti sanyiin qamadii bonee faca’uu ibsame Read more
Yuunivarsiitiiwwan ofiin akka of-bulchan mirkaneessuun gaaffiiwwan faayidaalee garaagaraa deebisuu dandeessisa-MB Read more