Adeemsa filannoo marsaa 6ffaa irratti muuxannoowwan argaman ilaalchisee qorannoon gaggeeffamaa jira Read more
Waltajjiin filannoo invastimantii gama hortiikaalchariin jiru beeksisuuf kaayyeffate gaggeefamaa jira Read more
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamuu ayyaana Fiichee Cambalaalaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Hawaasaa gale Read more
Sagantaan maaddii qooddachuu tokkummaa, jaalalaa fi waliif yaaduu cimsuurratti kaayyeffate gaggeeffame Read more
Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila moobayiliirraa % 70 hir’isuu ibse Read more
Godinichatti sassaabbii oomisha qamadii jallisii taasifameen lafa heektaara kuma 53rraa kuntaalli miiliyoonni 2 ol argamuu ibsame Read more
Magaalaa Harariitti haleellaa boombii hoteela tokkorratti raawwateen shakkamtoonni to’atamuu ibsame Read more
Mootummaan Ityoophiyaa du’aan boqochuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Maaliin gaddi guddaan itti dhaga’amuu ibse Read more