Aadde Adaanech Abeebeenii fi Aadde Daagmaawit Mogas rakkoo geejjibaa magaalaa Finfinneerratti waliin mari’atan Read more
Uummanni Musiliimaa namoota harka qalleeyyii gargaaruun Ayyaana Arafaa akka dabarsu abbootiin amantaa Islaamaa waamicha dhiyeessan Read more
Ministeerri Dhimma Alaa, boqochuu Muummee Ministiraa Jaappaan duraanii Shiinzo Abeen gadduu ibse Read more
Islaamummaan nageenya waan ta’eef hordoftoonni qaamolee amantaafi saba da’eeffachuun nageenya booressan saaxiluu qabu-Obbo shimallis Abdiisaa Read more