Ayyaana Shawaal- Iid ilaalchisee magaalaa Harar qulqulluu fi miidhagduu taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhame Read more
Baatii Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti roobni salphaa hanga cimaan kan jiraatu ta’uu ibsame Read more
Hospitaalichi guyyaa kaleessaa yaallamaa xumuraa gaggeessuun yeroo jalqabaaf yaallamtoota COVID-19 malee buluu ibsame Read more
Godina Majaangitti roobni cabbiin walmakatee roobe midhaan lafa heektaara kuma 3 fi 800 irratti miidhaa qaqqabsiise Read more
Ityoophiyaan sanada waliigaltee humna elektirikaa Sudaan Kibbaaf dhiyeessuu ishee dandeessisu mallatteessite Read more
Lammiilee Dubaayii fi Ajmaanitti wal’aansarra turan gara biyyaa deebisuuf ni hojjetama- Ambaasaaddar Akliiluu Kabbadaa Read more
Raayyaan ittisaa miilla isaa lamaan akka dhaabbatuuf ogeeyyiin fayyaa ga’ee olaanaa ba’ataniiru-Jeneraal Abbabaaw Taaddasaa Read more