Huuwaaween teeknooloojiiwwan faalamarraa bilisa ta’anii fi tajaajila 5G waliin ga’uuf hojjetan kan deeggaru ta’uu ibse Read more
Mariin bunaa fi duudhaalee aadaa Ityoophiyaa lammiilee chaayinaatti beeksisuuf dandeessisu gaggeeffame Read more
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Mana Maree Magaalaa Dirree Dawaa jiraattota waliin mari’achaa jiru Read more
Godinni Horroo Guduruu Wallaggaa godina Harargee Bahaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa taasise Read more
Ameerikaan deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Ityoophiyaaf taasistu kan itti fuftu ta’uu ibsite Read more