Naannoo Harariitti tajaajilli Inshuraansii fayyaa hawaasaa guutummaan guutuutti hojiirra ooluu ibsame Read more
Ityoophiyaan rakkoo yeroo ammaa ishee mudate furuuf dandeettii qabdi- Dooktar Ballaxaa Mollaa Read more
Jiraattonni godina Geede’oo lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6 ol taasisan Read more
Murtoo mootummaan gariin dhukkaasa dhaabuuf taasise fedhii nageenyaaf qabu kan argisiisudha- Obbo Zaadiig Abrahaa Read more
Hiriirri gocha badii garee shororkeessaa ABUT balaaleffatu magaalota garaagaraatti gaggeeffame Read more
Baajatni dabalataa deeggarsa liqii Interpiraayiziiwwan oomishaaleef oolu Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 jiraachuu ibsame Read more
Yaadni murtoo muudama miseensota kaadhimaamtoota yaa’ii qulqulleessa heera mootummaa ragga’e Read more
Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee lameenitti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1 ol misoomaan ala taasiseera Read more