Ityoophiyaatti tasgabbaa’uu dhabuun dirree siyaasaa seera kabachiistotaa fi dhaabbilee haqaatti qormaata cimaa ta’eera- Dooktar Geediyoon Xiimootiiwoos Read more
Qorannoo fi Qo’annoo Oromoo dorgomaa fi hawwataa taasisuuf ga’een Institiyuutichaa olaanaa ta’uu ibsame Read more
Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibse Read more
Naannoo Gambeellaatti sagantaan foyya’iinsa fayyaa haadholii fi daa’immanii Gamtaa Awurooppaan deeggaramu eegalame Read more
Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame Read more
Godinichatti hawaasni Gumuz kumni 10 sababa rakkoo nageenyaan qe’eesaaniirraa baqatanii turan deebi’an Read more
Hongee godinichatti mudateen walqabatee qaamoleen garaagaraa deeggarsa akka taasisan jiraattonni gaafatan Read more
Jiraattonni Magaalaa Nageellee qaamolee nageenyaa garee Shororkeessaa Shanee dhabamsiisuuf Oppireshiinii gaggeessaa jiraniif deeggarsa taasisan Read more