Boqonnaan harka namaa ilaaluufi biyya biraa irraa qamadii kadhatanii jiraachuu cufamaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa Read more
Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee Read more
Warshaan Dhakaa Cilee Arjoo warshaalee gurguddoo biyyattiif galtee ta’aa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa Read more
Yaadama ida’amuutiin hogganamuun yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaa injifannee badhaadhina hunda galeessa milkeessuu dandeenya- Obbo Shimallis Abdiisaa Read more
Komiiwwan wayita filannoo ka’aniif deebii hatattamaa seera bu’uureffate kennuuf ni hojjetama- MMWF Read more
Itiyoophiyaan Damee hubannoo namtolchee ijaaruufi hogganuuf hojjetaa jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa Read more
Ministirri Muummee Baarbaadoos irra deebiin filatamuu hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga gammaddanii dabarsan Read more
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota tarsiima’oo Ummata Oromootiif bu’uura cimaa kaa’uu ittifufeera- Obbo Shimallis Abdiisaa Read more