Jijjiirama hordofee adeemsonni hirmaachisoon eegalaman lammiileen dhimmoota biyyaalessarratti akka hirmaatan carraa kan uumaniidha jedhame Read more
Dhaabbileen Sab-qunnamtii odeeffannoowwan duudhaalee waliin jireenyaa laaffisan tamsaasurraa of qusachuu qabu-Mana Maree Federeeshinii Read more
Ityoophiyaa hunduu nagaan keessa jiraatuu fi dachee lalistuu taasisuuf waliin haa dhaabbannu-MM Abiy Ahimad Read more
Godinichatti Ganna baranaa callaa kuntaala miliyoona 22 ol argachuuf hojjetamaa jira jedhame Read more
Humnoota shororkeessitootaa fi nageenyaa biyyaalessaaf yaddoo ta’anirratti tarkaanfiin fudhatamu cimee itti fufa jedhame Read more
Ityoophiyaatti namoota balaa umamaa fi namtolcheen miidhaman itti fufiinsaan dandamachiisuuf hojjetamuu qaba-Gamtaa Awurooppaa Read more
Abbootiin qabeenyaa Naannoo Ummatoota Kibba-Lixaa Ityoophiyaa qabeenya umamaan badhaadhe akka misoomsan waamichi dhiyaate Read more