Qaaxxee badii nurratti aggaamame qolannee tokkummaa fi birmadummaa biyya keenyaa ni tiksina-MNO Read more
Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Somaaleetti kenniinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa daawwatan Read more
Oomishaalee bunaa, shaayii fi mi’eessituurraa galiin doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 33 argame Read more
Sinoodoosiin lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasisuuf murteesse Read more
Godinichatti baatii lama keessaatti meeshaaleen waraanaa fi baalli sammuu nama haadochu to’annaa jala ooluu ibsame Read more
Ummattoonni naannoo Affaar Cifraatti gareen shororkeessaa ABUT haleellaa baneen rakkoof saaxilamuu himan Read more
Rakkoowwan keessaa fi alaa mudatan darbuuf waliin dhaabbachuu barbaachisa-Dooktar Raaheel Baafee Read more
Ityoophiyaan ce’umsi Sudaan akka milkaa’uuf ejjennoo qabattee cimsitee itti fufti-Ministeera Dhimma Alaa Read more