Ityoophiyaan walga’ii Mana Maree hojii raawwachiiftuu Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan cinaatti biyyoota garaagaraa waliin mari’ataa jirti Read more
Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa jala oolte Read more
Humnoonni shororkeessaa Shanee fi shiftootaa tarkaanfii fudhataniin lubbuu namaa fi qabeenyarratti miidhaa qaqqabsiisan Read more
Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa’uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran torbanitti galii birrii kuma 600 argata jiraachuu dubbatan Read more
Ityoophiyaan walga’ii Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa dhugaa ishee itti ibsuuf itti fayyadamti- Ambaasaaddar Diina Muftii Read more
Afrikaan dandeetti gama saayinsii hawaan qabdu xiyyeeffannaan itti fayyadamuu akka qabdu ibsame Read more
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwate Read more