Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffatan Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffataniiru. Godina Gujii Magaalaa Nageellee fi jiraattonni naannichaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleeffachuun hiriira bahaniiru. Jiraattonni hiriiricha bahan kunneen dhaadannoo ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT raawwachaa jiru hin obsinu,qarree fi qeerroon gaachana biyyaati kan jedhu dhaadhannoo dhageessisaniiru. Hiriiricha irratti dargaggoonni, jaarsoleen biyyaa, abbootii Gadaa dabalatee kutaaleen hawaasaa irratti argamaniiru. Maddi:-TOI Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama https://t.me/afanoromofana Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna. Read more
ABUT Baankii Daldala damee Nifaas Maawucaatti argamu saamuun waardiyyaa baankicha ajjeese deemeera Read more
Aadde Mufariyaat Kaamiil bakka bu’aa ergamaa adda Afrikaa Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan Read more
Gareen shoroorkeessaa ABUT hospitala tajaajila hawaasaa Nifaas Mawucaarratti miidhaa qaqqabsiise Read more
Naannoon Oromiyaa bara baajata 2013tti warqee kiiloo giraama kuma 4 ol Baankii Biyyoolessaaf dhiyeesse Read more