Preezdaant Shimalliis Abdiisaan hordoftoota amantaa Kiristaanaatiin baga ayyaana Faasikaa geessan jedhan Read more
Ayyaana Faasikaaf raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin kumni 10 ni maddisiifama jedhame Read more
Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota waqtaawoorratti ibsi taasifameef Read more
Naannoo Tigraayiif qorichoonnii fi meeshaalee yaala adda addaa Birriin miiliyoonni dhibbi 3 ol baasii itti ta’ee dhiyaate Read more
Komishiniin poolisii federaalaa ayyaanichi haala ho’aan akka kabajamuuf qophii taasisuu beeksise Read more
Godina Shawaa Kaabaatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii 449f deeggarsi kenname Read more
Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 3ffaa gaggeessaa jira Read more