Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa (Level), digrii jalqabaa fi digrii 2ffaan barsiisaa ture kuma 6 ol har’a eebbise Read more
Aadde Adaanach fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa, milkaa’ina, jaalalaa akkasumas madda hawwata Tuurizimii ta’uun maqaa gaarii biyya keenyaa ijaareera jedhan Read more
Hawaasni dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyanichi milkiin akka xumuramuuf deeggarsa taasisuu cimsee itti fufu qaba jedhame Read more
Manni Maree Ministiroota waliigaltee doolaraa Ameerikaa liqa dhalarraa bilisaa miiliyoona 200 dabalatee wixineewwan labsii garaagaraa raggaasise Read more
Namoota yeroo fi qabeenya isaanii hunda lammii isaanii garagaaruuf oolachaan jajjabeessuu qabna -Aadde Adaanach Read more
Sudaan dhimma daangaa Ityoophiyaa waliin qabdu dippiloomaasii fi mariin akka furamuu Sudaan kibbaa yaadachiifte Read more