Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 533 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 13 lubbuu isaanii dhabaniiru Read more
Guyyootta 17 darbanitti nageenya biyyaa booressuuf socho’aa namoonni turan 287 to’annaa jala ooluu Koomiishiniin Poolosii Federaalaa beeksise Read more
Lammiilee buqqa’aan garaa qe’ee isaaniitti deebisuu fi hojiin deebisanii dhaabuu cimeetti fufuu qaba jedhame Read more
Abbootii qabeenyaa proojaktii qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaaf deeggarsa taasisaniif beekamtiin laatame Read more
Ityoophiyaa fi Ayarlaandi waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 46 mallateessan Read more
Boordichi gochii dhiibbaa mirga namoomaa akka hin raawwanneef hordooffii fi to’annaan taasisa jedhe Read more
Imbaasiin Jarman hoospitaala waliigaala ispeeshaalaayizdii humnoota waraanaaf meeshaalee yaala Yuuroo miiliyoona 1 oltti tilmaamaan deeggarsa taasise Read more
Sagantaan ‘Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Naqamteetti gaggeeffameera Read more