Ityoophiyaa haaraa keessatti gaaffiin mirga ofiin of bulchuu afaan qawween osoo hintaane deebii seera qabeessa barbaachisa- Aadde Adaanach Abeebee Read more
Hoggantoonni olaanoon Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa balaa biyya diiguu aggaamamaa jiru qolachuuf qophii ta’uu beeksiisan Read more
Karaa hundumaan Warra jecha gochatti jijjiiru taanee, gootummaan dhaabbachuu fi wareegama kafaluun Ityoophiyaa ni ijaarra – Obbo Shimallis Abdiisaa Read more
Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudaman Read more
Dooktar Injiinar Nagaash Waageeshhoon itti aanaa Preezdaantii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudaman Read more
Afaan hojii mootummaa Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Afaan Amaaraa akka ta’u sagalee guutuun ragga’e Read more
MM Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf waadaa galan gochaan agarsiisuu muul’isa – Hayyoota Read more
Milishaa fi Hoggantoonni Biiroo Nageenyaa naannoo Sidaamaa gara adda waraanaatti duuluuf murteessan Read more