Hawaasni magaalichaa raayyaa ittisa biyyaa cinaa ta’uu isaanii haala itti ibsatan sagantaawwan qophaa’aa jiraachuu ibsame Read more
Dhagaa cilee bifa ammayyaan oomishuuf qorannoo bu’aa qabeessummaa, Ji’ooloojii, iddoo fi hanga kuufamaa gareen qoratu hundaa’e Read more
Magaalaa Finfinneetti Boombiin kufee argame dhoohuun nama dhuunfaa tokkorra miidhaa salphaa qaqqabsiisuu ibsame Read more
Obbo Abrahaam Allehenyi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa ta’uun muudaman Read more
Mootummaan Isiraa’eel Diroonoota weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf oolan Ityoophiyaaf deeggarsa taasiise Read more
Birmadummaa biyyaa balaarra baraaruuf garee finxaaleyyii seeratti dhiyeessuuf kaayyeeffamee hojjetamaa jira– Dooktar Qana’aa Yaadataa Read more
MM FDRI Dooktar Abiy hawaasni naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu akka qabu waamicha dhiyeessan Read more
Gareen badii nageenya magaalaa Finfinnee booreessuuf ABUT irraa ergama fudhatee socho’aa jiru jiraachuu ibsame Read more