Yaa’iin Mana Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Daawaa baajataa fi mudamoota dhiyaatan raggaasisuun xumurame Read more
Ityoophiyaatti namoonni dabalaataa 564 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, namoonni 9 ammoo lubbuun darbaniiru Read more
Manni murtichaa obbo Jawaar fi Baqqalaa dabalatee shakkamtoota galmee isaanii jalatti tarreeffaman 14 irratti ragaaleen akka dhaga’aman ajeja dabarse Read more
Oromiyaa keessatti kallattii hundaan tasgabbiin jiraachuu Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise Read more
Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 459 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbe Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbeetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,319 gaggeeffamneen namoonni 459 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri fayyaa beeksise. Namoonni 13 ammoo lubbuun darbaniiru. Namoonni haaraan 358 yoo dandamatan, waliigala namoonni 8,598 dandamataniiru. Ityoophiyaatti waliigala lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 20,336 ga’eera. Yeroo ammaa namoonni vaayrasichi irratti argamu 11,380 ta’uu Ministeerri Fayyaa ibseera. Namoonni 185 yaala cimaa keessatti argamu. Lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 356 ga’eera. Hanga ammaatti namoota 459,746f qorannoon laabraatoorii hojjetameera. Read more