Bulchiinsi magaalichaa waggoottan sadan itti aanan keessa giddu galoota Ispoortii fi bakka tapha Ijoollee kuma 12 ijaaruuf hojjetaa jira – Aadde Adaanach Abeebee Read more
Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamaa jira Read more
Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal gidduutti taphatamu hawwiin eegama Read more
Afrikaa Kibbaatti balaa Awutoobisii tokkorratti mudateen lubbuun namoota 45 yoo darbu, daa’imni umrii wagga 8 tokko lubbuun oolte Read more
Paartiin Badhaadhinaa Paartii qabsoo hadhaawaa ummatichaan dhaloota haaraa caba kaleessaa wal’aanuuf umameedha – Pir. Shimallis Abdiisaa Read more