Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har’a taphatameen Tootanihaamii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan Liivar Puul qixa ba’e Read more
Lammiilee alaa dabalatee namoonni dhuunfaan hojiilee seeraan alaarratti bobba’an 70 to’ataman Read more
Dargaggoonni tajaalila tola ooltummaa marsaa 4ffaaf mata duree ‘Gaarummaa waliin jireenyaaf’ jedhuun leenji’aa turan eebbifaman Read more
Magaalaa Finfinneetti sakattoo gaggeeffameen bilbiloonni kumni 1olii fi Laabtooppiwwan hataman 87 to’ataman Read more
Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda’u – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Read more
Abbootiin qabeenyaa biyya keessaa carraa gaarii fi haala mijataa uumametti fayyadamuun Paarkii Qonna Qindaa’aa Agroo Indaastirii Bulbulaa keessatti hirmaachuu akka qaban waamichi dhiyaate Read more