Bara 2015 keessa diinagdee Gooroo % 6.9 guddisuuf karoorfameera – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Read more
Atleet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 meedaaliyaa meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte Read more
Atleet Lammeechaa Girmaa fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 meedaaliyaa Meetii Ityoophiyaaf argamsiise Read more
Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 6.6 sanyiin uwwifamuu ibsame Read more
Sudaan Ityoophiyaa waliin qindoomina uumuun humnoonni hidhate kamiiyyuu daangaa biyyoota lamaanii gidduu akka hin sochoone kan ittiftu ta’uu beeksifte Read more
Himanni Federeeshiniin Atleetiksii Keeniyaa Atleet Lattasanbat Giday irratti dhiyeesse kufaa ta’e Read more
Godina Jimmaa,Arsii Lixaa fi Gujiitti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magaariisaa gaggeeffame Read more
Obbo Taaggasee Caafoon sagantaa tola ooltummaa gannaa naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti eegalchiisan Read more
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan meetira kuma 10 dhiirootaan Atleetoonni Ugaandaa milkaa’aan Read more