Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti namni dhuunfaan Noottii Birrii Sobaa kuma 39 ol baankii galchuuf ture to’atame Read more
Ityoophiyaatti Inistiityuutiin Misooma Kennaa Addaa Innooveeshinii fi Teeknooloojii yeroo jalqabaaf ogeeyyii leenjisuu eegale Read more
Keeniyaatti weerarri Kooviid -19 irra deebiin babal’achuu hordofee ummanni haguuggii fuulaa akka fayyadaman labsame Read more
Deeggarsi namoomaa naannoo Tigraayiif akka dhiyaatu tarkaanfii mootummaan fudhate kan dinqisiifatu ta’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Gamtaa Awurooppaa ibse Read more
Biqiltuuwwan bara kana dhaabbiif qophaa’aan keessaa % 52 wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf kan gargaaran ta’uu ibsame Read more
Daandiin milkaa’iinaa qormaataan kan guutame ta’uu hubachuun gatii fi wareegama barbaachisu hunda kaffaluun nageenya Ityoophiyaa ni mirkaneessina – Preezidaanti Shimallis Abdiisaa Read more
Oromoon daagaa hidhee dhiqama biyyee hambisa, Biqiltuu dhaabee bosona kunuunsa, bishaan cimmisee bona dandamata – Preezdaanti Shimallisa Abdiisaa Read more