Ityoophiyaan hariiroo waloo Ameerikaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabdi – Obbo Dammaqaa Makonniin Read more
Hirmaannaa hawaasni Diyaaspooraa ijaarsa biyyaa keessatti qaban caalmaatti cimsuun barbaachiisaadha – Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Read more
Ministeeroonni lamaan tumsaan hojjechuuf sochii eegalan bu’aa qabeessa taasiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame Read more
Bulchiinsi Magaalichaa Lammilee Godina Booranaa Sababa hongeen miidhamaniif deeggersa akkaakuu Birrii miiliyoo 3 taasiise Read more
Qaamni hundi gaaga’ama Yuukreenii qabanneessuuf gochawwan waldhabdicha hammeessanirraa of qusachuu qabu – MM Abiy Ahimad Read more
Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi galateeffannaa gaggeeffame Read more
Atleet Gudaaf Tsagaayee fiigicha fageenyaa Meetira kuma 1 fi 500 Ispeeniitti gaggeeffameen Riikkardii iddichaa fooyyessite Read more