Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee Afrikaadhaaf sirna odeeffannoo ammayyaa’oo hanga ammaa turerraa adda kan ta’e ni barbaachisa jedhan Read more
Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa Konkolaataa 31, Paampii jallisii 2037, Motor-Saayikilii 40 fi Peedaal saayikilii 700 pirojektii misooma qamadiif oolu kenne Read more
Baankichi hawaasni guyyoota hafan keessatti Birrii Noottii duraanii akka jijjiiratu waamicha dhiyeesse Read more
Dirooniin qajeelfama sakkata’insa nageenyaa barbaachisu guutee akka hin gallee dhorkame kan hin jirre ta’uu ibsan Read more
Damee albuudaan waggoota kurnaan dhufan keessatti invastimaantii kallaattiin alaa 500 hawwachuuf karoorsuun ibsame Read more
Manneen barnootaaf haguuggii Afaanii fi Funyaanii miiliyoona 50 rabsuuf qophii ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise Read more
Raayyaan Ittisaa Biyyaa ergama kamiyyuu raawwachuuf haala gaarii irratti argama – Ministeera Raayyaa Ittisaa Biyyaa Read more