Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahan Read more
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Kanaadaan Ityoophiyaatti deeggarsa tajaajjila fayyaa bu’uuraa guutuu danda’u taasisan Read more
Jaappaan naannoo Tigiraayitti lammiilee miidhamanii fi buqqa’aniif kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 65 taasifte Read more
Filannoon biyyaaleessaa fi Naannoleetti gaggeeffamu nagaa fi demookiratawaan akka xummuramuuf qophii ta’uu qaamoleen nageenyaa naannoolee daangaa ollaa Bahaa biyyittii ibsan Read more
Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan gahe Read more
Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar waliin marii’atan Read more
Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma Ummataa waliin marii’atan Read more