Ministirri Dhimma Alaa Ingiliiz Doominiik Raabi deeggarsa namoomaa naannoo Kaaba Ityoophiyaatti dhiyaachaa jiru daawwatan Read more
Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru qophaa’e Read more
Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa Waldaa Daawwachiiftota Ityoophiyaa waliin waliigaltee hojii mallatteesse Read more
Hojii tola ooltummaa damee barnootaa Ganna darbee hojjetame keessatti abbootii qabeenyaa, dhaabbilee fi barsiisota hirmaannaa olaanaa taasisaniif beekamtii kennamuufi Read more
Lammiileen Ityoophiyaa 80 mana amala sirreessaa Taanzaaniyaa turan gara biyya isaaniitti deebi’uufi Read more
Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee tamsaasa bishaan dhugaatii akka eegaluuf hojjetamaa jira Read more
Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan Read more
Qorichoonnii fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun rabsamaa jira Read more