Projaktiin Daandii Daayyee- Cirrii-Nansaboo kiiloomeetira 74 sadarkaa koonkiriiti Asfaaltiin hojjatamaa jira Read more
Suphaan masaraa Abbaa Jifaar fulbaana bara 2012 eegalee ji’oota 18 keessatti xumurama jadhame hojiin hojjatame 35% osoo hin caallee dhaabbitti hafe Read more
Yaa’iin hundeeffama mana maree dhaabbilee waldaalee siivilii 300 ol of keessatti qabate gaggeeffamaa jira Read more
Koonfiransii Qo’annoo fi Qorannoo Biyyoolessaa Yuunivarsiitii Koolleejii Poolisii Oromiyaatiin Qophaa’ee Read more
Daandii Qilleensaa dorgommiisaa idil addunyaa eeggachuu fi caalumatti guddisuuf carraaqqii cimaan taasisuu akka qabu ibsame Read more
Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti balaa ibidaa tasa uumameen qabeenya irratti miidhaa qaqqaabsiise Read more
Dhaabbileen projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisan Read more
Ityoophiyaa damee albuudaan oomishuu kan ishee dandeesisu dandeettii biyyaalessaa uumuun, sharafa alaa argamsiisu dandeetti ishee ni cimsiti – Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Read more
Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Sadarkaa Jalqabaa fi Waliigalaa Gambeelaa daawwate Read more
Jilli Preezdaantii Yuunivarsiitii Dirree Dawaa Dooktar Ubaah Adamiin durfamu Jibuutiitti daawwannaa taasise Read more