Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa milishoota 378 mooraa koolleejjii Leenjii Poolisii Oromiyaa damee Bulbulaatti leenjisaa ture eebbise Read more
Karoora Nageenya Filannoo biyyaaleessaa Mana Maree Nageenyaa Biyyaaleessaan qophaa’eerratti qaamoolee qooda fudhattoota federaalaa fi naannoolee waliin marii’atame Read more
Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaatiin durfamu Paarkii Indaastirii Qindeessaa Qonna Bulbulaa daawwate Read more
“Barattoonni miiliyoona 10.6 sababa dhibee COVID-19tin manatti deebi’anii turan yeroo amma gara barnootaatti deebi’anii jiru’’ – Dooktar Tolaa Bariisoo Read more
Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan Caamsaa 28,2013 akka gaggeeffamu Boordiin Filannoo yaada dhiyaase Read more