Gareen Diijitaal Tiranisformeeshinii Ministeera Saayinsii fi Teeknoolojii projaktii baaburaa Awaash-Waldiyaa-Haragabayaa daawwate Read more
Jilli aadde Daagimaawit Magasiin durfamu Ministeera Bu’uuraalee Misoomaa fi Geejjibaa Sudaan akkasumas dhaabbilee itti waamamaa damichaa waliin mari’ate Read more
Magaalootaa fi gandoota baadiyaa naannichaa hundaatti yeroo gabaabaa keessatti humna akka argatan gochuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Read more
Koloneel Yirgaalam Fiqaaduu fi Letanaal Koloneel Tawald Birhaan baqachuuf otuu jiraanii Afaar irratti too’atamuu qorataan poolisii ifoomse Read more
Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa Guddattuu Dheeraatti balaa tiraafikaa konkolaataa ummataa mudateen namoota 6 irra miidhaa cimaan gahe Read more
Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan ifoome Read more
Xiyaarri Boeing 737 Max yeroo ammaa nageenyummaansaa mirkana waan ta’eef balaliinsa eegaluu danda’a Read more
Ityoophiyaan tokkummaa biyyaa eeguuf kutannoodhaan tarkaanfii fudhatte – Muusaa Faakii Mahammat Read more
Biyyoonni Awurooppaa gosa Covid haaraa Yuunayitiid Kiingidaamitti argameef jecha imala dhorkan. Read more
Dargaggoonni beekumsa diijitaalaa akka qabaatanif hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise Read more