Hawaasni Oromoo biyya Awustiraaliyaa jiraatan injifannoo raayyaan ittisa biyyaa galmeessiseetti gammadun Sangoota Doolaara kuma 18 bitaan karaa bakka bu’oota isaanii gumaachan Read more
Biqiltuu haa kunuunsinu, Aramaa haa Buqqisnu-Biiroo Dhimma Dubartoota,Daa’immanii fi Dargaggoota Oromiyaa. Read more
Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylaayititti marii Paanaaliitiin kabajamaa jira Read more
Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa garagaraatiif haala waqtaawaa naannoo Tigiraay irratti ibsa laatan Read more
Jaarsoliin biyyaa magaalaa Maqalee tokkuumaa fi misooma biyyaaf waloon dhaabbachuun akka barbaachisu dhaaman Read more
Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa fi Inistitiyuutiin Saayinsii Ikooloojii Appilaayidii Chaayinaa damee qorannoo qonnaarratt waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan Read more
Bulchiinsa magaalaa Hoolataatti miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kenna tajaajila lammummaan namoota dadhaboo Ganda Tulluu Harbuuf oomisha isaanii duulaan sassaaban Read more
Bakka bu’oonni sabaa fi sablammiilee ummattoota Ityoophiyaa magaalaa Finfinneetti proojaktoota gurguddoo ijaarsa irra jiran daawwachaa jiru Read more