Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 480 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 3 lubbuu isaanii dhabaniiru Read more
Magaalaa Humaraatti sakkata’insa hoteela takkatti taasifameen yeroo 2ffaaf baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 37 argame Read more
Miseensoota garee Juuntaa adamsuu cinaatti naannoo Tigiraay hojiiwwan gara sirna idileetti deebisuu danda’an hojjetamuu qabu – Hayyoota Read more
Guyyaan kabaja sabaa fi sablammoota yeroo 15ffaaf Sadaasa 24 – 29,2013ttii magaalaa Finfinneetti kabajama Read more
Sudaan bulchiinsa ishee keessa socho’aa kan ture hogganaa milisha lammii Ityoophiyaa to’annoo seeraa jala oolchuu beeksifte Read more
MM Dr.Abiy Ahimad biyya tajaajiluun, kan jalqaban xumuraa, toora karoorfataniin kanbiraa milkeessuuf adeemuu gaafata jedhan Read more
Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachaw Hogganaan Dhaabbata Baqattootaa Idil-adduunyaa(IOM) waliin mari’tan Read more