Daldaltoonni kuduraa fi muduraa Dirree Jaanitti akka hojjetan taasifaman dhiyeenyatti bakka isaaniif qophaa’e giddugala gabaattii ni naanneffamu Read more
Bulchiinsa magaalaa Sabbataa Ganda 04 Naannoo masjiidaa Mahaammad Rajaatti Fanjiin xamadamee eeruu ummataatiin fashalaa’e Read more
Profeesar Biiniyaam Daawwiit Mazmuur dhaabbata mootummoota gamtoomanitti miseensa koree mirgoota daa’immanii ta’uun irra deebiin filatame Read more
Dargaggoonni ajandaa humnoota badii fudhachuun gara bosonaa seenaan fedhii isaanii karaa nagaan akka dhiyeeffatan waamicha dhiyeesse Read more
Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Naannoo Ormiyaa fandii eeggumsa hawaasummaa hundeessuun rakkoo hawaas-diinagdee furuuf hojjachaa jira Read more
Ityoophiyaatti waltajjiin haalota raammoo Giinii baalleessuu danda’amurratti gaggeeffamaa jira Read more
Kenninsi tajaajila mootummaa Elektirooniksiin akka kennamuu gochuuf hojjatamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshiinii fi Teeknooloojii beeksise Read more
Hojii boonsaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Daanshaa hanga Aduwaatti hojjeteen garee juuntaa irratti miidhaan namummaa fi meeshaa olaanaan qaqabu ibsame Read more
Jilli Itti Aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa aaddee Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Duukam daawwachaa jira Read more