Humni hidhate gareen Juuntaa ABUT ajjeechaa jumlaa Maaykaadiraatti raawwate Maqaleetti irra deebbiin raawwachuuf qophii taasisaa jira – Meejar Jenaraala Mahaammad Tasammaa Read more
Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti,Koreen Dhaabbii Dhimma Eegumsa Naannoo, Qonnaa fi Horsiisee bultootaa, Abbaa taayitaa Daandiiwwanii Federaalaa waliin Raawwii hojii kurmaana jalqabaa gamaaggame Read more
Komishiniin ispoortii Finfinnee ijaarsi dirree ispoortii Afincoo Barrii baasii Birrii miiliyoona 14n eeggalchiise Read more
Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hojii baruu fi barsiisuu keessatti ofeeggannoo Vaayrasii koroonaaf taasifamuu irratti leenjii kennaa jira Read more
Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti argamu Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa meeshalee Birri miiliyoona 5.5 olii taasise Read more
Lammiileen Ameerikaa jalqabaa talaallii Covid-19 Muddee 11 qabee argachuu danda’u – hogganaa sagantaa talaallii vaayrasii koroonaa Ameerikaa Read more
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu bulchiinsa magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa daawwachaa jira Read more