Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase raggasise Read more
Manni Maree Federeeshinii sabaa fi sablammiieen biyyatti Raayyaa Ittisaa Biyyattii walliin dhaabbachuun deeggarsa barbaachisu akka taasisu waamicha dhiyeesse Read more
ABUT irraa ergama badii fudhatanii Naannoo Gambeellaatti Sabaa fi Sablammoota walitti buusuuf socha’aan turan jechuun namoonni shakkaman too’annoo seeraa jala oolan Read more
Bu’aalee kalaqaa Ityoophiyaa hojiirra oolchuuf dhaabbileen Viizaa fi Isteempaawar waliin hojjechuf qindoomina uuman Read more
Ajjeechaa Godina Wallagga Lixaa, Aanaa Gullisoo, Ganda Gaawaa Gaanqaatti kan raawwate ABO Shanee ta’uu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise Read more
Dura Taa’aan komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat miidhaa Wallagga Lixaatti qaqqabe balaaleffatan Read more
Godina Gujii Aanaa Gumii Eldallootti ABO’n Shanee namoota riqichaa hojjachaa jiran 4 ajjeessuun, 3 ammoo miidhaa cimaa irraan ga’uu isaanii Bulchiinsi Godina Gujii beeksise Read more
Manni amantaa Ortodooksi Tawaahdoo Ityoophiyaa bakkeewwan garagaraatti ajjeechaa lammiilee nagaarraa irratti raawwatamu balaaleffate Read more