Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun kutaan Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo fi Kutaa Magaalaa Furii waliin ta’uun sosochii Ispoortii gaggeessaniiru.
Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dookar Tashoomaa Addunyaa, Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa obbo Alamaayyoo Tulluu akkasumas Hoggantootni Kutaa Magaalaa lamaanii argamanitti haala hawwataa ta’een gaggeeffameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.