Ayyaanni Bara Haaraa kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Ayyaanni Bara Haaraa 2018 guutuu Itiyoophiyaatti kabajamaa jira.

Abbootiin amantaalee, hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannolee, akkasumas Dippiloomaatoonni biyyootaa garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment