Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa Shakkachoo ‘Mashiqaaree Baaroon’ kabajamaa jira.
Ayyaanicha magaalaa Geecaatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Sirna kabaja Ayyaana tokkummaa, waloomaa fi walgargaaruun itti calaqisu ‘Mashiqaaree Baaroo’ kanarratti Pireezidaantii Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Dooktar Nagaash Wageesshoo dabalatee hoggantoonni olaanoon naannichaa biroo fi keessummoonni afeeraman argamaniiru.
#Oromia #Ethiopia