Finfinnee, Amajjii 11, 2018 ( FMC)- Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaanichi keessumaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti akkasumas magaalaa Goondaritti hordoftoonni amantichaafi daawwattoonni biyyoota garaagaraa bakka argamanitti kabajamaa jira.
Kana malees Ayyaanichi guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajamaati kan jiru.
#Oromia #Ethiopia