Ayyaanni Gifaataa UNESCO’tti galmaa’uu hordofee sagantaan gammachuu ibsannaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa sablammii Walaayittaa Gifaataan Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii ( UNESCO)’tti galmaa’uu hordofee sagantaan gammachuu ibsannaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti Ministira Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaa, Ministira Ministeera Aadaafi Ispoortii Shawiit Shaankaa, Pirezidaantii naannichaa Xilaahun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni mootummaa biroon argamaniiru.

Sagantichi mata duree “ Labsiiwwan Gifaataa Olka’iinsa Uummattootaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Maatiwoos Fallaqaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment