Ayyaanni jijjiirraa baraa Halaabaa ‘Seeraa’n kabajamaa jira

Finfinnee, Amajjii 3, 2018 (FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Halaabaa ‘Seeraa’n magaalaa Halaabaa Quullittootti kabajamaa jira.
Ayyaanicha sababeeffachuun egzibiishiniifi baazaariin Godina Halaabaas banameera.

Kana malees gamoon bulchiinsaa Godina Halaabaa, ijaarsi boqonnaa jalqabaa istaadiyeemii idil-addunyaa Halaabaafi hojiileen bu’uuraalee misoomaa biroon bakka Pirezidaantiin naannichaa Dooktar Indaashaaw Xaasoo argamanitti eebbisiifamaniiru.

Birhaanuu Bagaashaawutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment