Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa ‘Yooyyoo Gifaataan’ sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
‘Yooyyoo Gifaataan’ Saba Walaayittaa biratti barri moofaan darbee bara haaraatti jijjiramuu kan ittiin ibsu Ayyaana galataati.
Kabaja Ayyaanicharratti Pirezidaantii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilaahuun Kabbadaa, Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Ministirri Wamaamaa Olaanaan Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigee dabalatee hoggantonni olaanoo federaalaa fi Naannichaa biroon argamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.