Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ magaalaa Aarbaa Minicitti kabajamaa jira.
Ayyaanichi ayyaana jijjiirraa baraa qofa osoo hin taane kan gadde itti jajjabeeffamu, kan waldhabe itti araaramuufi kan walirraa fagaate itti wal iyyaafatu ta’uun ni himama.
Kabaja Ayyaanaa kanarratti Pirezidaantii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa obbo Xilaahun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaafi naannoo biroon argamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.