Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kuma 1 fi 500ffaan Finfinnee Masjiida Anwaaritti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaanichi sirnoota amantichaa garaagaraan kabajamaa kan jiru yoo ta’u hoggantoota mootummaa olaanoo dabalatee hordoftoonni amantichaafi keessummoonni biroon argamaniiru.
Jamaal Ahimadtu Gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.