Ayyaanonni bara Haaraa Goofaa ‘Gaazee Masqalaa, Ooyidaa, Yoo’oo Masqalaa’n kabajamaa jiru

Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Ayyaanonni bara Haaraa saba Goofaa ‘Gaazee Masqalaa, Ooyidaa, Yoo’oo Masqalaa’n Magaalaa Saawulaatti kabajamaa jiru.

Pireezidaantii naannoo Kibba Itiyoophiyaa obbo Xilahuun Kabbadaa, Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannoo saganticharratti argamaniiru.

Ibsituuwwan nageenya, jaalala, tokkummaa fi walummaa kan ta’an ayyaanonni bara haaraa saba Goofaa kunneen akkaataa duudhaa fi aadaa eegeen kabajamaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment