Baajanni Naannoo Oromiyaa bara 2018 Birrii biiliyoona 400 ol ta’uun ragga’e

Finfinnee, Adoolessa 13, 2017 (FMC)_ Caaffeen Oromiyaa baajata bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Birrii biiliyoona 400 fi miiliyoona 700 taasisuun raggaasiseera.

Baajanni bara 2018 qabame kun baajata marmaartuu birrii biiliyoona 52 fi miiliyoona 200 fi miiliyoona 70 fi kuma 399 ol, baasii kaappitaala naannoo Birrii biiliyoona 89 fi miiliyoona 700 fi miiiliyoona 54 ol kuma 600 ol deegarsa aanaalee fi bulchiinsa magaalootaaf Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 57 fi miiliyoona 222 fi ka 930 ol akkasumas baajata eegannoo naannootiif biiliyoona 1fi miiliyooa 500 ta’uun ibsameera.

Comments (0)
Add Comment