Bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra jedhan.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, bara 2017 guddina hiika qabuufi bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra jedhaniiru.

Kana ka’umsa godhachuun Manni Maree Ministirootaa hojiirra oolmaa bara dhufuuf kan qophaa’e karoora  bara 2018 dameelee hundaafi karoora misooma biyyaalessaa gamaaggamuuf walga’uu ibsaniiru.

Gamaaggamaafi mariin cinaattis biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabuu eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment