Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Barattuu A+ 37 fiduun Waancaa lamaan Yuunivarsiitii Dabrabirhaan irraa eebbifamte Fatihaa Ahimad.
Yuunivarsiitiin Dabrabirhaan barattoota kuma 1 fi 359 digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan eebbisiseera.
Eebbifamtoota keessa tokko kan taate Fatiihaa Ahimad A+ 37 fi Waancaa 2 eebbifamte.
Fatiyaan barattuu Muummee Ikkoonomiksii yoo taatu, A+37 fiduun qabxii 4 eebbifamte.
Badhaasichi bu’aa dhamaatii fi milkaa’inaa kootiti jette Fatiyaan.
Kaayyoo fi mul’ata milkeessuuf cichoominaan hojjechuun murteessaa ta’uu eerti.
Salaam Asaffaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.