Barri qaroominaa Goondar lammaffaan labsame- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan barri qaroominaa Goondar lammaffaan labasame jedhan.

Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, dallaan Faasiil waggoota 400’f nama isa kunuunsu dhabuun bara dulluma isaarra gahee du’a eeggachaa ture jechuun ibsan.

Hoggansaafi hordoffii Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin akka riisaa of haaromsuun ka’uu ibsan.

Daandiin Goondar Azazoo hanga Piyaassaa jirus fooyya’aa fi miidhagaa jiraachuu kaasaniiru.

Hojiin Hidha Laga Magac jallisuus gara boqonnaa murteessaatti darbuu kaasuun, barri qaroominaa Goondar lammaffaan tibbana labsame jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment