Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa adda addaaf maaddi qoodaniiru.
Aadde Adaanech, giddugalawwan nyaataa magaalichaa 26 keessatti maanguddoota, kanneen biyyaaf oolmaa oolan, qaama miidhamtootaa fi lammiilee harka qalleeyyii biroof maaddii qoodaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.