Buna Itiyoophiyaa 2 – 1 Nageellee Arsii

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 2ffaan Bunni Itiyoophiyaa Nageellee Arsii injifate.

Bunni Itiyoophiyaa galchii 2 fi 1’n Nageellee Arsii injifateera.

Tapha torbee jalqabaarratti Bunni Itiyoophiyaa Qidduus Giyoorgisiin yoo injifatamuu, Nageellee Arsiin ammoo Aarbaa Minci waliin galchii 1 qixa bahuun ni yaadatama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment